Halaala (ሃላላ)

Album cover art for "Halaala (ሃላላ)" by Netsanet Sultan

Netsanet Sultan - Pop, Afropop

Halaala (ሃላላ)

0 Plays

Duration: 3:58

View ArtistView Album

Lyrics

Language:

[Verse 1] Jaalalli gumaacha guddaa Kennaa eebbisaa waaqaa guddaa (Waaqaa Waqaa guddaa) Naaf fiilee filmaata addaa Kennee galgala eebbaa gubbaa (eebbaa eebbaa gubbaa) [Refrain] Uumaman uumaman kee Kee adduman uumaman kee Uumaman uumaman kee Kee adduman uumaman kee Uumaman uumaman kee Kee adduman uumaman kee Uumaman kee Kee addumaa uumaman kee [Verse 2] Waanuma kee qofa yaadaa Guuyyee beellamni geettuu qoodaa (geettuu geettuu qoodaa) Shallaalee fua jedheetan bahaa Sirbee shallamuu siif an qaba (siif an siif an qaba) [Pre-Chorus] Jaalalanii siif mo'ameeraa Jaalalanii siif mo'ameeraa [Chorus] Siif moyaa mee jaalalaan siif moyaa mee Siif moyaa mee jaalalaan siif moyaa mee Siif moyaa mee jaalalaan siif moyaa mee Siif moyaa mee jaalalaan siif moyaa mee [Bridge] Damma walalaa koo Chakkolaataa mi'aawaa koo Hedduu jalatamaa filatamaa Keetu beekee kee kee bareedaa koo Yaadaaf fedhiima koo Kana diimsuu nama tokko Argeen nama namaf amanamuu sima qofaan kee kee walalaa koo [Pre-Chorus] Jaalalanii siif mo'ameeraa Jaalalanii siif mo'ameeraa [Chorus] Siif moyaa mee jaalalaan siif moyaa mee Siif moyaa mee jaalalaan siif moyaa mee Siif moyaa mee jaalalaan siif moyaa mee Siif moyaa mee jaalalaan siif moyaa mee

Rate this song

Rate this song

0/5.0 - 0 Ratings

5
0.0% (0)
4
0.0% (0)
3
0.0% (0)
2
0.0% (0)
1
0.0% (0)

Loading comments...

Credits

Writers
  • Samigo Ayele